Maaliif Janna..?
Kichuu Raggaasaa Jamaal Huseen Taammiraat Biifaa.New Ethiopian Oromo Music 2022.Seenaa Studio Tube Subscribe*#%@+×&[])(^,?;:"'z
Walaloo sirbichaa
Barreessaan kichuu Raggaasaa
#Qe'eerraa dhiibanii na buqqisuu
Qalachuuf Albee natti luqqisuu
Firan dhabe qophaatti baasanii
Mataa muranii na rarraasanii
#Akkamitti madaarra gadi ciisuu
tuttuqaa alagaatu Nan dhiisuu
Osoon maatii qabuun dhaba faarsaa
Roorrifataan qophaa na hiraarsaa
#Nan dadhabe qoree buqqifachuu
Ilmaankoos roorroodhaaf guddifachuu
madaa'een dhiigakoo kafanadhee
Naaf hin na'u lammiin yoon kadhadhee
#Jedhee muudama lammiinkee si waammataa
Diinni albeedhaan nyaachuuf mataarra dhaabbataa
Ajjeesanii lammiikee abiddaan guggubuu
Cinaachikee sidhiiguu maaliif sin dhukkubuu
#Maaliif jenna
Maaltu fala
maltu mala
Yaa oromo beekadhu gamtaatu falaa